admin@sunshinecollege.edu.et

0576609030 / 0576609040

Written by Super User

402172897 310597491914106 2521150886505687843 nBarattoota Sunshine College tti maastersii barachuuf fedha qaban qormaata biyyoolessaa GAT akka darbaniif namoota gara 30 adda baasnee leenjii guyyaa 3 laanneefi turre. Bu'uuruma kanaan namoota leenjicha fudhatan keessaa ragaalee haga ammaatti funaanamaniin namootni 20, jechuunis 67% qabxii darbiinsaa (80%)tii ol kan fidan yoo ta'u, qabxiin olaanaan 99.19% galmaa'eera. Namoota kana keessaa persentaayilii 90 ol kan fidan 18 (90%)dha.

I think this is great success compared to 14% success rate of national result of the past one.

Failure must not be our culture at Sunshine!